Itti booharaa
Hais Technology
Akkam Jirtu dubbattoota afaan oromoo hundi kessanu Maqan kiyya Juleybib Mohammed jedhama Field Software Engineering jedhamu kan baradhe Yommun tau yeroo Ammaa software developers dha.application adda adda afaan oromootin dhiheessaa jira.
Amma garuuu website Hais Technology jedhuun ummata afaan oromoo dubbatu hunda bira Odeyfannoo waa’ee technology dhaqqabsiisuuf qophii xumureetin jira.
Sababni Website tana baneef…
- Yeroo ammaa jaarraa kessa jirru kana yeroo Technology heddu baballatte fi biyyonni guddatan Technology itti fayyadamuudhan humna namafi qabenyaa akkasumas yeroo qusachuu danda’anii jiru ,haatauu ummi kenya yoo xiqqaate odeyfannoo qabaachuu akka danda’aniif jecha.
- Maddi odeyfannoo adda addaa kan afaan oromootin saganta barnoota Technology dhiyeessan heddun jiraatus gahaa tauu dhabuu isaa waan hubadhef jecha.
- namonni natti dhihaatan hedduun wa’ee Technology,wae rakkoo mobile,computer fi meshalee electronic yeroo baayyee waan na gaafataniif deebii gafii hundaa ummata kiyya bal’aa geessisuuf akka irraa fayyadamanif jecha.
Kanaafuu Website Hais Technology hordofuun barumsa waa’ee Technology wal qabate hunda argachuuf Ana hordofaan Irraa fayyadamaan afeerraa kiyya.
Qabiyyee qabadhee isiniif dhihaadhu :
- Akkamitti rakkoo Mobile fuuruu dandeenya?
- akkamitti online gubbaa mallaqa argachuu dandenya?
- Application fayida qabanif k.k.f dha.
Hais Technology
Hello dear Oromoo language speakers I am Juleybib Mohammed. I studied software Engineering department.Now I am software developer ,developing many Android application for oromo language speakers.
Now I am going to publish new Hais Technology Website to inform you all about technology.
The reason I published this Site is ?
• Now day we are reached a point where every our daily life is depending on technology.there is a lot of technology today that the world is using.However our community is far from technology.i wanted my community at least to inform about technology.
•I know there is other the source of Technology information .but it’s not enough for Us.
•there is a lot of my friends is asking me about mobile,computer and other information.so I wanted to give their answer publicly So if others are benefits from.
So please follow Hais Technology Website in order to get all information about technology.
The content I prefer to you is?
1.how to solve mobile problem
2. How to make money online
3.how to use some application and other.